-
Roomaa 8:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Waaqayyo warra isa jaallataniif, warra akka kaayyoo isaatti waamamaniif gaarii akka taʼutti hojii isaa hunda akka walitti qindeessu beekna;+
-
-
Efesoon 1:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Haa taʼu malee, isinis dubbii dhugaa, jechuunis misiraachoo waaʼee fayyina keessanii ibsu erga dhageessanii booda isa abdattaniittu. Erga amantanii boodas karaa isaa, hafuura qulqulluu isa abdachiifame sanaan chaappaan isinitti godhameera;+ 14 inni dhaala keenyaaf dursee akka qabdiitti kan kenname+ yeroo taʼu, warra qabeenya Waaqayyoo+ taʼan furiidhaan+ bilisa baasuudhaan ulfina guddaa isaaf argamsiisa.
-