LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kana malees, inni chaappaa isaa nu irratti godheera;+ akkasumas hafuura+ isa wanta dhufu sanaaf qabdii taʼe garaa keenya keessa nuuf kaaʼeera.

  • Efesoon 4:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Kana malees, hafuura Waaqayyoo isa qulqulluu, isa guyyaa furii sanaan bilisa itti baataniif+ chaappaan ittiin isinitti godhame+ sana hin gaddisiisinaa.+

  • Mulʼata 7:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Lakkoofsa warra chaappaan itti godhame sanaa nan dhagaʼe; lakkoofsi isaanii 144,000+ yeroo taʼu, chaappaan kan itti godhames tokkoon tokkoon gosoota ilmaan Israaʼel+ keessaa ture:

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi