LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 8:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Kana qofa utuu hin taʼin, nuti warri firii jalqabaa taane, jechuunis warri hafuuricha argannes, ofii keenyaan keessa keenyatti aadaa+ yeroo furichaan foon keenya irraa hiikamnuu fi Waaqayyo akka ilmaan isaatti itti nu guddisu hawwii guddaadhaan eegganna.+

  • 2 Qorontos 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Wanta kanaaf kan nu qopheesse Waaqa isa+ wanta dhufu sanaaf hafuuricha qabdii godhee nuu kenne+ sana dha.

  • Efesoon 1:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haa taʼu malee, isinis dubbii dhugaa, jechuunis misiraachoo waaʼee fayyina keessanii ibsu erga dhageessanii booda isa abdattaniittu. Erga amantanii boodas karaa isaa, hafuura qulqulluu isa abdachiifame sanaan chaappaan isinitti godhameera;+ 14 inni dhaala keenyaaf dursee akka qabdiitti kan kenname+ yeroo taʼu, warra qabeenya Waaqayyoo+ taʼan furiidhaan+ bilisa baasuudhaan ulfina guddaa isaaf argamsiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi