Mulʼata 14:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis nan arge, kunoo, Hoolichi+ Gaara Xiyoon+ irra dhaabbatee ture; warri 144,000+ kanneen maqaan isaa fi maqaan Abbaa+ isaa adda isaanii irratti barreeffame isaa wajjin turan. Mulʼata 14:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan teessoo sana duratti, uumamawwan jiraatoo arfan+ sana durattii fi jaarsolii+ sana duratti faarfannaa haaraa fakkaatu tokko faarfatan;+ faarfannaa kanas warra 144,000+ lafa irraa bitaman sana malee namni kam iyyuu beekuu hin dandeenye.
14 Achiis nan arge, kunoo, Hoolichi+ Gaara Xiyoon+ irra dhaabbatee ture; warri 144,000+ kanneen maqaan isaa fi maqaan Abbaa+ isaa adda isaanii irratti barreeffame isaa wajjin turan.
3 Isaan teessoo sana duratti, uumamawwan jiraatoo arfan+ sana durattii fi jaarsolii+ sana duratti faarfannaa haaraa fakkaatu tokko faarfatan;+ faarfannaa kanas warra 144,000+ lafa irraa bitaman sana malee namni kam iyyuu beekuu hin dandeenye.