LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 33:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Faarfannaa haaraa isaaf faarfadhaa;+

      Meeshaa muuziqaa ribuu qabuun akka gaariitti taphadhaa, ililchaas.

  • Faarfannaa 98:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 98 Wantoota dinqisiisoo waan raawwateef,+

      Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa.+

      Harki isaa inni mirgaa, irreen isaa inni qulqulluun fayyina argamsiiseera.*+

  • Faarfannaa 149:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 149 Yaahiin jajadhaa!*

      Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa;+

      Gumii warra amanamoo taʼanii keessatti isa jajadhaa.+

  • Mulʼata 5:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isaan akkana jedhanii faarfannaa haaraa faarfatan:+ “Maraa kitaabaa sana fudhachuu fi chaappaawwan isaa banuun siif ni mala; sababiin isaas, ati qalamteetta, dhiiga keetiinis gosa hundumaa keessaa, qooqa hundumaa keessaa, nama hundumaa keessaa, akkasumas saba hundumaa keessaa namoota Waaqayyoof bittee+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi