-
Baʼuu 15:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yaa Yihowaa, harki kee inni mirgaa humna guddaa qaba;+
Yaa Yihowaa, harki kee inni mirgaa diina caccabsuu dandaʼa.
-
-
Isaayyaas 59:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Inni namni tokko illee akka hin jirre ni arge,
Namni araarsu tokko illee dhabamuun isaa isa ajaaʼibsiise,
Kanaafuu, irreen isaa fayyina* fide,
Qajeelummaan isaas isa deggere.
-
-
Isaayyaas 63:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Nan ilaale, garuu gargaaruuf kan dhufe tokko illee hin turre;
Gargaarsa kan kenne tokko illee waan hin jirreef nan naʼe.
-