-
Isaayyaas 51:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yaa irree Yihowaa,+
Dammaqi! Dammaqi! Jabinas uffadhu!
Akka yeroo bara duriitti, akka yeroo dhalootawwan darbaniitti taʼettis dammaqi.
-
-
Isaayyaas 59:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Inni namni tokko illee akka hin jirre ni arge,
Namni araarsu tokko illee dhabamuun isaa isa ajaaʼibsiise,
Kanaafuu, irreen isaa fayyina* fide,
Qajeelummaan isaas isa deggere.
-