Faarfannaa 87:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Rahaabii+ fi Baabiloniin warra na beekan* gidduutti nan lakkaaʼa;Filisxeemii fi Xiiros Kuushii wajjin kunoo as jiru. “Inni kun achitti kan dhalate dha” ni jedhama. Faarfannaa 89:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ati akkuma nama ajjeefameetti+ Rahaabiin caccabsiteetta.+ Irree kee isa jabaadhaanis diinota kee bittinneessiteetta.+ Isaayyaas 30:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Sababiin isaas, gargaarsi Gibxii homaa faayidaa hin qabu.+ Kanaafuu ani, “Rahaab,+ ishii hojii malee akkanumaan teessu” jedhee ishii nan waame.
4 Rahaabii+ fi Baabiloniin warra na beekan* gidduutti nan lakkaaʼa;Filisxeemii fi Xiiros Kuushii wajjin kunoo as jiru. “Inni kun achitti kan dhalate dha” ni jedhama.
10 Ati akkuma nama ajjeefameetti+ Rahaabiin caccabsiteetta.+ Irree kee isa jabaadhaanis diinota kee bittinneessiteetta.+
7 Sababiin isaas, gargaarsi Gibxii homaa faayidaa hin qabu.+ Kanaafuu ani, “Rahaab,+ ishii hojii malee akkanumaan teessu” jedhee ishii nan waame.