Faarfannaa 89:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ati akkuma nama ajjeefameetti+ Rahaabiin caccabsiteetta.+ Irree kee isa jabaadhaanis diinota kee bittinneessiteetta.+ Isaayyaas 30:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Sababiin isaas, gargaarsi Gibxii homaa faayidaa hin qabu.+ Kanaafuu ani, “Rahaab,+ ishii hojii malee akkanumaan teessu” jedhee ishii nan waame.
10 Ati akkuma nama ajjeefameetti+ Rahaabiin caccabsiteetta.+ Irree kee isa jabaadhaanis diinota kee bittinneessiteetta.+
7 Sababiin isaas, gargaarsi Gibxii homaa faayidaa hin qabu.+ Kanaafuu ani, “Rahaab,+ ishii hojii malee akkanumaan teessu” jedhee ishii nan waame.