-
Baʼuu 14:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Bishaanichi, warra Gibxii irratti, gaariiwwan fardaa isaanii warra waraanaaf tajaajilan irrattii fi abbootii fardeenii isaanii irratti akka deebiʼuuf, harka kee galaanicha irratti diriirsi” jedhe.
-