LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 87:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Rahaabii+ fi Baabiloniin warra na beekan* gidduutti nan lakkaaʼa;

      Filisxeemii fi Xiiros Kuushii wajjin kunoo as jiru.

      “Inni kun achitti kan dhalate dha” ni jedhama.

  • Faarfannaa 89:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ati akkuma nama ajjeefameetti+ Rahaabiin caccabsiteetta.+

      Irree kee isa jabaadhaanis diinota kee bittinneessiteetta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi