LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Inni gaariiwwan fardaa Faraʼoonii fi raayyaa waraanaa isaa galaana keessatti darbateera;+

      Loltoonni isaa warri gaggaariinis Galaana Diimaa keessatti liqimfamaniiru.+

  • Nahimiyaa 9:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Atis gocha of tuulummaa+ isaan irratti raawwachuu isaanii beektee, Faraʼoon irratti, tajaajiltoota isaa hundumaa irrattii fi namoota biyya isaa hundumaa irratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan raawwatteetta.+ Ofii keetiifis maqaa hamma harʼaatti beekamaa taʼe qabaatteetta.+ 11 Ati isaan galaanicha keessa lafa gogaa irra akka ceʼaniif,+ galaanicha isaan duratti gargar hirteetta; warra isaan ariʼaa turanis akkuma dhagaa galaana jeeqamaa keessatti gatameetti gara iddoo gad fagootti darbatteetta.+

  • Faarfannaa 106:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Isa biyya Kaam keessatti hojiiwwan dinqisiisoo,+

      Galaana Diimaa birattis gochawwan sodaachisoo raawwate+ ni irraanfatan.

  • Hisqiʼel 29:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Dubbii kana dubbadhu: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

      “Yaa Faraʼoon mootii Gibxii,

      Yaa uumama galaanaa guddaa taatee fi lageen laga Abbayyaa* gidduu ciistu,+

      Isa, ‘Lagni Abbayyaa kan koo ti.

      Anatu ofiif tolfate’ jettu nana,+ kunoo ani si irratti kaʼeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi