LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 33:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Faarfannaa haaraa isaaf faarfadhaa;+

      Meeshaa muuziqaa ribuu qabuun akka gaariitti taphadhaa, ililchaas.

  • Faarfannaa 144:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yaa Waaqayyo, faarfannaa haaraa siif nan faarfadha.*+

      Meeshaa muuziqaa ribuu kudhan qabuun faarfannaa galataa siif nan faarfadha;

  • Isaayyaas 42:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isin warri gara galaanaatti gad buutanii fi warri isa keessa guuttan hundi,

      Isin odolawwanii fi warri isaan keessa jiraattan,+

      Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa,+

      Andaara lafaa irraas isa jajadhaa.+

  • Mulʼata 14:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isaan teessoo sana duratti, uumamawwan jiraatoo arfan+ sana durattii fi jaarsolii+ sana duratti faarfannaa haaraa fakkaatu tokko faarfatan;+ faarfannaa kanas warra 144,000+ lafa irraa bitaman sana malee namni kam iyyuu beekuu hin dandeenye.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi