- 
	                        
            
            Faarfannaa 40:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Achiis Waaqa keenyaaf faarfannaa haaraa,+
Faarfannaa galataa afaan koo keessa ni kaaʼe.
Namoonni hedduun kabaja guddaadhaan ni ilaalu,
Yihowaattis ni amanamu.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faarfannaa 149:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
149 Yaahiin jajadhaa!*
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Mulʼata 5:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Isaan akkana jedhanii faarfannaa haaraa faarfatan:+ “Maraa kitaabaa sana fudhachuu fi chaappaawwan isaa banuun siif ni mala; sababiin isaas, ati qalamteetta, dhiiga keetiinis gosa hundumaa keessaa, qooqa hundumaa keessaa, nama hundumaa keessaa, akkasumas saba hundumaa keessaa namoota Waaqayyoof bittee+
 
 -