-
Faarfannaa 33:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Faarfannaa haaraa isaaf faarfadhaa;+
Meeshaa muuziqaa ribuu qabuun akka gaariitti taphadhaa, ililchaas.
-
-
Mulʼata 5:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Isaan akkana jedhanii faarfannaa haaraa faarfatan:+ “Maraa kitaabaa sana fudhachuu fi chaappaawwan isaa banuun siif ni mala; sababiin isaas, ati qalamteetta, dhiiga keetiinis gosa hundumaa keessaa, qooqa hundumaa keessaa, nama hundumaa keessaa, akkasumas saba hundumaa keessaa namoota Waaqayyoof bittee+
-