LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 16:23-25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Guutummaan lafaa, Yihowaa faarfadhu!

      Guyyaa guyyaadhaan fayyisuu isaa labsaa!+

      24 Ulfina isaa saboota gidduutti,

      Hojiiwwan isaa warra dinqisiisoos namoota hundumaa gidduutti labsaa.

      25 Yihowaan guddaa fi hunda caalaa jajamuun kan isaaf malu dha.

      Inni waaqolii kaan hundumaa caalaa kan sodaatamu dha.+

  • Faarfannaa 66:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Namoonni lafa irra jiraatan hundi si duratti ni sagadu;+

      Faarfannaa galataa siif ni faarfatu;

      Maqaa keetiifis faarfannaa galataa ni faarfatu.”+ (Seelaa)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi