LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 2:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Haa taʼu malee, inni keessa isaatti Yihudii taʼe+ Yihudii dha; dhaqna qabaan isaas seera barreeffameen utuu hin taʼin,+ dhaqna qabaa garaa+ isa hafuura Waaqayyootiin raawwatame dha. Namni kun namoota biraa utuu hin taʼin, Waaqayyo biraa ulfina argata.+

  • Roomaa 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kana jechuun garuu dubbiin Waaqayyoo utuu hin raawwatamin hafeera jechuu miti. Sababiin isaas, Israaʼel irraa kan dhalate hundi dhuguma “Israaʼel” miti.+

  • Galaatiyaa 6:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Namoota seera amalaa kana hordofanii sirriitti deddeebiʼan hundumaaf, eeyyee, Israaʼel Waaqayyootiif+ nagaa fi gara laafinni haa taʼu.

  • Mulʼata 21:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Magaalattiin dallaa guddaa fi dheeraa, akkasumas karrawwan 12 qabdi turte; karrawwan kana biras maleekonni 12 jiru turan; karrawwan kana irratti maqaawwan gosoota ilmaan Israaʼel 12 barreeffamee ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi