Roomaa 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Amma garuu, isa nu dhowwu sanaaf waan duuneef, Seericha jalaa bilisa baaneerra;+ kunis akka seera moofaa isa barreeffame sanaatti utuu hin taʼin,+ akka haaraatti hafuurichaan garboota akka taanuufi.+
6 Amma garuu, isa nu dhowwu sanaaf waan duuneef, Seericha jalaa bilisa baaneerra;+ kunis akka seera moofaa isa barreeffame sanaatti utuu hin taʼin,+ akka haaraatti hafuurichaan garboota akka taanuufi.+