-
Efesoon 2:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Gareewwan lamaan isaa wajjin tokkummaa qaban sana nama haaraa tokko gochuu+ fi nagaa uumuudhaaf foon isaatiin diinummaa, jechuunis ajajawwan Seerichaa warra labsiiwwan qabatan sana balleesseera;
-
-
Qolosaayis 2:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Kana malees, isin sababii cubbuu keessaniitiin, akkasumas foon keessan dhaqna waan hin qabamneef duutanii kan turtan taʼus, Waaqayyo isaa wajjin jiraataa isin godheera.+ Balleessaa keenya hundas gaarummaadhaan nuuf dhiiseera;+ 14 akkasumas seera harkaan barreeffame+ isa labsiiwwan qabatee+ fi nu mormu+ sana haqeera.* Muka dhiphinaa* irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa irraa kaaseera.+
-