Galaatiyaa 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Namni muka irratti fannifamu hundi abaaramaa dha”+ jedhamee waan barreeffameef, Kiristoos bakka keenya buʼee abaaramaa taʼuudhaan nu bitee+ abaarsa Seerichaa jalaa nu baaseera.+ Ibroota 9:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Inni kakuu haaraadhaaf araarsaa kan taʼe kanaafi;+ kana kan godhes warri waamaman dhaala bara baraa isa waadaa galame sana akka argataniif,+ balleessaa kakuu isa duraa sana jalatti raawwataniif karaa duʼa isaa furichaan bilisa isaan baasuufi.+ 1 Pheexiros 2:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Nuti cubbuudhaaf duunee qajeelummaadhaaf akka jiraannuuf, inni cubbuu keenya qaama isaatiin muka irratti+ baate.+ “Isinis madaa isaatiin fayyifamtan.”+
13 “Namni muka irratti fannifamu hundi abaaramaa dha”+ jedhamee waan barreeffameef, Kiristoos bakka keenya buʼee abaaramaa taʼuudhaan nu bitee+ abaarsa Seerichaa jalaa nu baaseera.+
15 Inni kakuu haaraadhaaf araarsaa kan taʼe kanaafi;+ kana kan godhes warri waamaman dhaala bara baraa isa waadaa galame sana akka argataniif,+ balleessaa kakuu isa duraa sana jalatti raawwataniif karaa duʼa isaa furichaan bilisa isaan baasuufi.+
24 Nuti cubbuudhaaf duunee qajeelummaadhaaf akka jiraannuuf, inni cubbuu keenya qaama isaatiin muka irratti+ baate.+ “Isinis madaa isaatiin fayyifamtan.”+