LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 22:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Irbaata erga nyaatanii booda xoofoo sanas fuudhee akkasuma godhe; achiis akkana jedhe: “Xoofoon kun kakuu haaraa+ dhiiga koo+ isa isiniif dhangalaʼuun+ hundeeffamu argisiisa.

  • 1 Ximotewos 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Sababiin isaas, Waaqa tokkotu jira;+ Waaqayyoo fi namoota gidduu+ immoo araarsaa+ tokkotu jira; innis Kiristoos Yesuus isa nama taʼe dha;+

  • Ibroota 12:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Isin garuu, Gaara Xiyoonii+ fi magaalaa Waaqa jiraataa, jechuunis Yerusaalem ishii samii,+ maleekota kumaatama hedduu*

  • Ibroota 12:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yesuus isa araarsaa+ kakuu haaraa+ taʼe, akkasumas dhiiga facaafame isa karaa dhiiga Abeel irra caaluun dubbatutti+ dhihaattaniittu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi