Ibroota 8:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Amma garuu Yesuus kakuu isa caaluuf+ araarsaa+ waan taʼeef, tajaajila* isa hunda irra caalu fudhateera; kakuun kunis waadaawwan warra caalan irratti seeraan kan hundeeffame dha.+ Ibroota 9:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Inni kakuu haaraadhaaf araarsaa kan taʼe kanaafi;+ kana kan godhes warri waamaman dhaala bara baraa isa waadaa galame sana akka argataniif,+ balleessaa kakuu isa duraa sana jalatti raawwataniif karaa duʼa isaa furichaan bilisa isaan baasuufi.+
6 Amma garuu Yesuus kakuu isa caaluuf+ araarsaa+ waan taʼeef, tajaajila* isa hunda irra caalu fudhateera; kakuun kunis waadaawwan warra caalan irratti seeraan kan hundeeffame dha.+
15 Inni kakuu haaraadhaaf araarsaa kan taʼe kanaafi;+ kana kan godhes warri waamaman dhaala bara baraa isa waadaa galame sana akka argataniif,+ balleessaa kakuu isa duraa sana jalatti raawwataniif karaa duʼa isaa furichaan bilisa isaan baasuufi.+