Faarfannaa 110:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yihowaan, “Ati akkuma Malkiseedeq+Bara baraaf luba dha!”+ jedhee kakateera,Yaada isaas hin jijjiiru.* Roomaa 8:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kanaafuu, nuti ijoollee yoo taane dhaaltota, jechuunis dhaaltota Waaqayyoo ti; haa taʼu malee, kan dhaallu Kiristoosii wajjini,+ isaa wajjin yoo dhiphanne+ isaa wajjin ulfina ni arganna.+
4 Yihowaan, “Ati akkuma Malkiseedeq+Bara baraaf luba dha!”+ jedhee kakateera,Yaada isaas hin jijjiiru.*
17 Kanaafuu, nuti ijoollee yoo taane dhaaltota, jechuunis dhaaltota Waaqayyoo ti; haa taʼu malee, kan dhaallu Kiristoosii wajjini,+ isaa wajjin yoo dhiphanne+ isaa wajjin ulfina ni arganna.+