LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 11:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Xoofoo sanas fuudhee akkasuma godhe;+ irbaata erga nyaatanii booda, “Xoofoon kun kakuu haaraa+ dhiiga kootiin hundeeffamu argisiisa.+ Yommuu xoofoo kana dhugdan hundatti, kana yeroo hundumaa yaadannoo kootiif godhaa”+ jedhe.

  • Ibroota 7:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Akka kanaan Yesuus kakuu isa caalu+ sanaaf wabii taʼeera.*

  • Ibroota 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Inni kakuu haaraadhaaf araarsaa kan taʼe kanaafi;+ kana kan godhes warri waamaman dhaala bara baraa isa waadaa galame sana akka argataniif,+ balleessaa kakuu isa duraa sana jalatti raawwataniif karaa duʼa isaa furichaan bilisa isaan baasuufi.+

  • Ibroota 12:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Isin garuu, Gaara Xiyoonii+ fi magaalaa Waaqa jiraataa, jechuunis Yerusaalem ishii samii,+ maleekota kumaatama hedduu*

  • Ibroota 12:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yesuus isa araarsaa+ kakuu haaraa+ taʼe, akkasumas dhiiga facaafame isa karaa dhiiga Abeel irra caaluun dubbatutti+ dhihaattaniittu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi