1 Ximotewos 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sababiin isaas, Waaqa tokkotu jira;+ Waaqayyoo fi namoota gidduu+ immoo araarsaa+ tokkotu jira; innis Kiristoos Yesuus isa nama taʼe dha;+ Ibroota 9:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Inni kakuu haaraadhaaf araarsaa kan taʼe kanaafi;+ kana kan godhes warri waamaman dhaala bara baraa isa waadaa galame sana akka argataniif,+ balleessaa kakuu isa duraa sana jalatti raawwataniif karaa duʼa isaa furichaan bilisa isaan baasuufi.+
5 Sababiin isaas, Waaqa tokkotu jira;+ Waaqayyoo fi namoota gidduu+ immoo araarsaa+ tokkotu jira; innis Kiristoos Yesuus isa nama taʼe dha;+
15 Inni kakuu haaraadhaaf araarsaa kan taʼe kanaafi;+ kana kan godhes warri waamaman dhaala bara baraa isa waadaa galame sana akka argataniif,+ balleessaa kakuu isa duraa sana jalatti raawwataniif karaa duʼa isaa furichaan bilisa isaan baasuufi.+