Keessa Deebii 6:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Yaa Israaʼel dhagaʼi: Waaqni keenya Yihowaan, Yihowaa tokkicha dha.+ Roomaa 3:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Waaqayyo tokko waan taʼeef,+ inni namoota dhaqna qabatan sababii amantiitiin qajeelota jedhee waama;+ namoota dhaqna hin qabannes sababii amantii isaaniitiin qajeelota jedhee waama.+
30 Waaqayyo tokko waan taʼeef,+ inni namoota dhaqna qabatan sababii amantiitiin qajeelota jedhee waama;+ namoota dhaqna hin qabannes sababii amantii isaaniitiin qajeelota jedhee waama.+