1 Qorontos 7:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Namni tokko kan waamame erga dhaqna qabatee booda dhaa?+ Inni akka nama dhaqna hin qabannee hin taʼin. Namni tokko kan waamame utuu dhaqna hin qabatinii? Taanaan inni dhaqna hin qabatin.+
18 Namni tokko kan waamame erga dhaqna qabatee booda dhaa?+ Inni akka nama dhaqna hin qabannee hin taʼin. Namni tokko kan waamame utuu dhaqna hin qabatinii? Taanaan inni dhaqna hin qabatin.+