LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 10:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Hafuurri qulqulluun inni Waaqayyo tola kennu saboota kaan irrattis waan dhangalaʼeef, amantoonni* dhaqna qabatanii fi Pheexirosii wajjin dhufan ni dinqisiifatan.

  • Hojii Ergamootaa 15:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yeroo kanatti namoonni tokko tokko Yihudaadhaa gad buʼanii, “Akka Seera Museetti yoo dhaqna qabattan malee+ fayyuu hin dandeessan” jedhanii obboloota barsiisuu jalqaban.

  • Hojii Ergamootaa 15:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Namoonni tokko tokko utuu nuti ajaja tokko illee isaaniif hin kennin nu gidduudhaa baʼanii,+ dubbii isaaniitiin isin* rakkisanii amantii irraa isin garagalchuuf yaalii gochuu isaanii dhageenyeerra;

  • Galaatiyaa 5:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Egaa, ani Phaawulos isinitti nan hima, yoo dhaqna qabattan Kiristoos faayidaa isiniif hin argamsiisu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi