-
Leewwota 16:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Aaron harka isaa lamaan mataa reʼee isa lubbuudhaan jiru sanaa irra kaaʼee, balleessaa Israaʼelotaa hundumaa, yakka isaanii hundumaa fi cubbuu isaanii hundumaa isa irratti ni himata; achiis cubbuuwwan kana mataa reʼee sanaa irra kaaʼee+ namni hojii kanaaf ramadame* gara lafa onaatti akka isa geessu godha.
-