Yohaannis 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yesuusis deebisee, “Dhuguma dhuguman siin jedha, eenyu iyyuu lammata yoo dhalate*+ malee, Mootummaa Waaqayyoo arguu hin dandaʼu”+ isaan jedhe. 1 Pheexiros 1:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Isin karaa dubbii Waaqa isa jiraataa taʼee fi yeroo hundumaa jiraatuun,+ akka haaraatti kan dhalattan,+ sanyii tortoruun utuu hin taʼin sanyii hin tortorreen*+ ture. 1 Yohaannis 3:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Namni Waaqayyo irraa dhalate hundi cubbuu hojjechuu hin amaleeffatu;+ sababiin isaas, namni akkasii sanyiin* Waaqayyoo isa keessa waan jiraatuu fi inni Waaqayyo irraa waan dhalateef+ cubbuu hojjechuu amaleeffachuu hin dandaʼu.
3 Yesuusis deebisee, “Dhuguma dhuguman siin jedha, eenyu iyyuu lammata yoo dhalate*+ malee, Mootummaa Waaqayyoo arguu hin dandaʼu”+ isaan jedhe.
23 Isin karaa dubbii Waaqa isa jiraataa taʼee fi yeroo hundumaa jiraatuun,+ akka haaraatti kan dhalattan,+ sanyii tortoruun utuu hin taʼin sanyii hin tortorreen*+ ture.
9 Namni Waaqayyo irraa dhalate hundi cubbuu hojjechuu hin amaleeffatu;+ sababiin isaas, namni akkasii sanyiin* Waaqayyoo isa keessa waan jiraatuu fi inni Waaqayyo irraa waan dhalateef+ cubbuu hojjechuu amaleeffachuu hin dandaʼu.