Yohaannis 6:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Abbaan inni na erge sun yoo isa harkise malee, namni kam iyyuu gara koo dhufuu hin dandaʼu;+ anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa.+ Roomaa 8:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Kana malees, warra dursee murteesse+ ni waame;+ warra waame kanas qajeelota jedhe.+ Dhuma irratti warra qajeelota jedhee waame kanaaf ulfinas ni kenne.+
44 Abbaan inni na erge sun yoo isa harkise malee, namni kam iyyuu gara koo dhufuu hin dandaʼu;+ anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa.+
30 Kana malees, warra dursee murteesse+ ni waame;+ warra waame kanas qajeelota jedhe.+ Dhuma irratti warra qajeelota jedhee waame kanaaf ulfinas ni kenne.+