Yohaannis 11:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Maartaanis, “Guyyaa dhumaatti, yeroo duʼaa kaʼuutti akka inni kaʼu beeka”+ isaan jette.