Filiphisiyus 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 galma sana bira gaʼuuf, jechuunis badhaasicha argachuuf carraaqaan jira;+ innis waamicha isa olii+ isa Waaqayyo karaa Kiristoos Yesuus kennu dha. 1 Tasalonqee 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 kanas kan goone, Waaqayyo isa gara Mootummaa isaa+ fi ulfina isaatti isin waameef+ akka taʼutti deddeebiʼuu keessan akka itti fuftaniifi.+ Ibroota 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, yaa obboloota qulqullaaʼoo waamicha* isa samii irraa+ hirmaattan, Yesuus isa ergamaa fi luba ol aanaa+ taʼuu isaa amannee fudhanne sana yaadaa.
14 galma sana bira gaʼuuf, jechuunis badhaasicha argachuuf carraaqaan jira;+ innis waamicha isa olii+ isa Waaqayyo karaa Kiristoos Yesuus kennu dha.
12 kanas kan goone, Waaqayyo isa gara Mootummaa isaa+ fi ulfina isaatti isin waameef+ akka taʼutti deddeebiʼuu keessan akka itti fuftaniifi.+
3 Kanaafuu, yaa obboloota qulqullaaʼoo waamicha* isa samii irraa+ hirmaattan, Yesuus isa ergamaa fi luba ol aanaa+ taʼuu isaa amannee fudhanne sana yaadaa.