-
1 Pheexiros 5:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Haa taʼu malee, Waaqayyo inni gaarummaa guddaa hundumaatiin guutamee fi tokkummaa Kiristoosii wajjin qabdaniin gara ulfina isaa isa bara baraatti isin waame sun,+ yeroo gabaabaadhaaf erga dhiphattanii booda, innumti leenjii keessan ni xumura. Inni isin cimsa,+ isin jabeessa,+ akkasumas hundee jabaa irra isin dhaaba.
-