Efesoon 4:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kanaafuu, ani inni Gooftaadhaaf jedhee hidhamee jiru,+ waamicha isa waamamtanii wajjin haala wal simuun akka deddeebitan+ isinan kadhadha; Qolosaayis 1:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 kunis hojii gaarii hundumaan firii godhachuu fi beekumsa sirrii waaʼee Waaqayyoo ibsuun+ guddachuudhaan guutummaatti isa gammachiisuuf akka Yihowaadhaaf* taʼutti akka deddeebitaniifi; 1 Pheexiros 1:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+
4 Kanaafuu, ani inni Gooftaadhaaf jedhee hidhamee jiru,+ waamicha isa waamamtanii wajjin haala wal simuun akka deddeebitan+ isinan kadhadha;
10 kunis hojii gaarii hundumaan firii godhachuu fi beekumsa sirrii waaʼee Waaqayyoo ibsuun+ guddachuudhaan guutummaatti isa gammachiisuuf akka Yihowaadhaaf* taʼutti akka deddeebitaniifi;
15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+