-
Efesoon 1:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Waaqni Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos inni Abbaa ulfinaa taʼe, hafuura ogummaa akka isinii kennuu fi beekumsa sirrii waaʼee isaa ibsu+ akka isiniif mulʼisu kadhachuu koo ittan fufa.
-
-
2 Pheexiros 1:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Beekumsa sirrii+ waaʼee Waaqayyoo fi waaʼee Gooftaa keenya Yesuus argattaniin gaarummaa guddaanii fi nagaan isiniif haa baayʼatu;
-