LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ati yeroo hundumaa ajajawwan Waaqa kee Yihowaa waan eegduu fi daandiiwwan isaa irra waan deemtuuf, Yihowaan akkuma siif kakatetti+ saba qulqulluu ofii isaatiif taʼu godhee jabeessee si dhaaba.+

  • Roomaa 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaafuu yaa obbolootaa, qaama keessan aarsaa jiraataa, qulqulluu+ fi Waaqayyo biratti fudhatama qabu gootanii akka dhiheessitan+ gara laafina Waaqayyootiin isinan kadhadha; kunis tajaajila qulqulluu dandeettii yaaduu keessanitti fayyadamtanii dhiheessitani dha.+

  • Ibroota 12:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraachuuf carraaqaa;+ qulqullummaa malee namni kam iyyuu Gooftaa arguu waan hin dandeenyeef qulqullummaa hordofaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi