LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Ximotewos 4:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Ammaa jalqabee gonfoon qajeelinaa,+ Gooftaan inni abbaa murtii+ qajeelaa taʼe guyyaa sana akka badhaasaatti kennu naaf qophaaʼeera;+ taʼus warra mulʼachuu isaa hawwiidhaan eeggatan hundumaatiif malee anaaf qofa miti.

  • Ibroota 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaafuu, nuti dhugaa baatota akka duumessa guddaa nutti marsanii jiran waan qabnuuf, baʼaa hundumaa fi cubbuu isa salphaatti nu sakaalu+ of irraa gannee, dorgommii fiigichaa nu dura jiru jabinaan haa fiignu;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi