1 Qorontos 9:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Kana malees, namni dorgommii irratti hirmaatu* kam iyyuu waan hundumaa irratti of toʼata. Isaan gonfoo badu argachuuf kana godhu;+ nuti garuu gonfoo hin badne argachuuf kana goona.+ Yaaqoob 1:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Namni qorumsa keessatti jabaatee dhaabbachuu isaa itti fufu gammadaa dha;+ sababiin isaas, inni yeroo fudhatama argatu gonfoo jireenyaa+ isa Yihowaan* warra isa jaallachuu isaanii itti fufaniif waadaa gale+ ni argata.
25 Kana malees, namni dorgommii irratti hirmaatu* kam iyyuu waan hundumaa irratti of toʼata. Isaan gonfoo badu argachuuf kana godhu;+ nuti garuu gonfoo hin badne argachuuf kana goona.+
12 Namni qorumsa keessatti jabaatee dhaabbachuu isaa itti fufu gammadaa dha;+ sababiin isaas, inni yeroo fudhatama argatu gonfoo jireenyaa+ isa Yihowaan* warra isa jaallachuu isaanii itti fufaniif waadaa gale+ ni argata.