Maatewos 5:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Warri qajeelummaadhaaf jedhanii ariʼataman+ gammadoo dha; Mootummaan samii kan isaanii ti. Yaaqoob 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa obboloota koo, yommuu qorumsi adda addaa isin irra gaʼu akka gammachuu guddaatti lakkaaʼaa;+