11 “Yommuu namoonni waaʼee kootiif jedhanii isin arrabsan,+ isin ariʼatanii+ fi sobaan wanta hamaa hundumaa isin irratti dubbatan gammadaa.+ 12 Badhaasni isin samii irratti argattan+ guddaa waan taʼeef, gammadaa, ililchaas;+ isaan raajota isin dura turanis haaluma kanaan ariʼataniiru.+