Hojii Ergamootaa 5:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Kanaafuu, isaan maqaa isaatiif jedhanii salphifamuu akka ulfinaatti lakkaaʼanii gammadaa+ yaaʼii Saanhedriin duraa baʼan. Roomaa 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kana qofa utuu hin taʼin, utuma rakkinni nu irra gaʼaa jiruus haa gammannu;*+ sababiin isaas, rakkinni jabaatanii dhaabbachuu akka argamsiisu beekna;+
41 Kanaafuu, isaan maqaa isaatiif jedhanii salphifamuu akka ulfinaatti lakkaaʼanii gammadaa+ yaaʼii Saanhedriin duraa baʼan.
3 Kana qofa utuu hin taʼin, utuma rakkinni nu irra gaʼaa jiruus haa gammannu;*+ sababiin isaas, rakkinni jabaatanii dhaabbachuu akka argamsiisu beekna;+