-
Hojii Ergamootaa 5:41, 42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Kanaafuu, isaan maqaa isaatiif jedhanii salphifamuu akka ulfinaatti lakkaaʼanii gammadaa+ yaaʼii Saanhedriin duraa baʼan. 42 Guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessattii fi manaa gara manaatti,+ misiraachoo waaʼee Kiristoos Yesuus ibsu utuu wal irraa hin kutin barsiisuu fi lallabuu isaanii itti fufan.+
-