LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Filiphisiyus 2:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Haa taʼu malee, aarsaa+ fi tajaajila qulqulluu* amantiidhaan kakaatanii dhiheessitan irratti akka aarsaa dhugaatiitti yoon dhangalaafame illee+ ani nan gammada; akkasumas hunda keessanii wajjin nan ililcha.

  • 1 Pheexiros 4:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yaa obboloota jaallatamo, qorumsa akka ibiddaa isin irra gaʼaa jiru+ ilaalchisee, wanti adda taʼe akka isin irra gaʼetti yaaduudhaan hin dinqisiifatinaa. 13 Kanaa mannaa, rakkina Kiristoos irraa waan hirmaattaniif+ hammuma sana gammaduu keessan itti fufaa;+ kunis yeroo inni ulfina isaatiin mulʼatutti akka gammaddanii fi akka ililchitan godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi