1 Pheexiros 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 qorumsawwan kun kan isin irra gaʼan, amantiin keessan inni qorame,+ inni warqii isa ibiddaan yoo qorame* illee baduu dandaʼu caalaa gatii guddaa qabu sun yeroo Yesuus Kiristoos mulʼatutti galata, ulfinaa fi kabaja akka isiniif argamsiisuufi.+
7 qorumsawwan kun kan isin irra gaʼan, amantiin keessan inni qorame,+ inni warqii isa ibiddaan yoo qorame* illee baduu dandaʼu caalaa gatii guddaa qabu sun yeroo Yesuus Kiristoos mulʼatutti galata, ulfinaa fi kabaja akka isiniif argamsiisuufi.+