LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 28:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kun akka dambii Gaara Siinaa irratti baʼetti aarsaa yeroo hundumaa dhihaatuu+ fi urgaan isaa gammachiisu,* jechuunis aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu sana dha; 7 tokkoon tokkoon xobbaallaa hoolaa kormaa sanaa wajjinis aarsaan dhugaatii hiinii tokko keessaa harka afur keessaa harki tokko ni dhihaata.+ Dhugaatii alkoolii kanas Yihowaadhaaf aarsaa dhugaatii godhiitii iddoo qulqulluu irratti dhangalaasi.

  • 2 Qorontos 12:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ani gama kootiin, waan hundumaa gammachuudhaan isiniif kennuu fi guutummaatti isiniif* dabarsee of kennuu nan barbaada.+ Hamma kana baayʼisee kanan isin jaalladhu erga taʼee, jaalalli isin naaf qabdan kanaa gad taʼuu qabaa ree?

  • 2 Ximotewos 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Ani amma iyyuu akka aarsaa dhugaatiitti dhangalaafamaan jira;+ yeroon itti gadhiifamus+ baayʼee dhihoo dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi