-
Baʼuu 29:39, 40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Xobbaallaa hoolaa isa tokko ganama, xobbaallaa hoolaa isa kan biraa immoo yeroo dimimmisaaʼu* dhiheessi.+ 40 Daakuu bullaaʼaan safartuu eefaa* tokko keessaa harka kudhan keessaa harki tokko inni zayitii qulqulluu ejersa tumame irraa argamu hiinii* tokko keessaa harka afur keessaa harka tokkoo wajjin makame, akkasumas aarsaan dhugaatii wayinii hiinii tokko harka afur keessaa harki tokko xobbaallaa hoolaa isa jalqabaa wajjin ni dhihaata.
-