-
Lakkoofsa 28:4-6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Xobbaallaa hoolaa kormaa isa tokko ganama, xobbaallaa hoolaa kormaa isa kan biraa immoo yeroo dimimmisaaʼu* ni dhiheessita;+ 5 kanaa wajjinis daakuu bullaaʼaa eefaa* tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko taʼee fi zayitii ejersa tumame irraa argamu hiinii* tokko keessaa harka afur keessaa harka tokkoon makame aarsaa midhaanii gootee ni dhiheessita.+ 6 Kun akka dambii Gaara Siinaa irratti baʼetti aarsaa yeroo hundumaa dhihaatuu+ fi urgaan isaa gammachiisu,* jechuunis aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu sana dha;
-