Hojii Ergamootaa 5:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Kanaafuu, isaan maqaa isaatiif jedhanii salphifamuu akka ulfinaatti lakkaaʼanii gammadaa+ yaaʼii Saanhedriin duraa baʼan. Yaaqoob 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa obboloota koo, yommuu qorumsi adda addaa isin irra gaʼu akka gammachuu guddaatti lakkaaʼaa;+
41 Kanaafuu, isaan maqaa isaatiif jedhanii salphifamuu akka ulfinaatti lakkaaʼanii gammadaa+ yaaʼii Saanhedriin duraa baʼan.