4 Isaan kun warra dubartootaan of hin xureessine dha; siruma iyyuu isaan qeerroo dha.+ Isaan warra bakka Hoolichi dhaqu hundatti isa duukaa buʼani dha.+ Isaan warra Waaqayyoo fi Hoolichaaf firiiwwan jalqabaa akka taʼaniif,+ ilmaan namootaa keessaa bitamani dha;+